Hundeeffama Wajirichaa yeroo jalqabaa
Hojjattoota Wajirichaa
Hojjattoota Wajirichaa
Bara 2003ALI irraa eegalee hanga har’aatti isaan keessaa sadii (Bishaan, Albuudaa fi Inarjii) deebi’anii Biiroo tokko jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii, Albuudaafi Inarjii tahuudhaan caaseffame
Hojjattoota Wajirichaa
Erga Dhaabbanni lamaan isaanii labsiin lakkoofsa 162/2003ALI walitti makamee Biiroo Albuudaa fi Inarjii Bishaan Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda bara 2011ALI irraa eegalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo-Gooroo maqaa kanaan hojjechaa jira
Dhaabbatichi maddawwan bishaanii laga 1, boolla gad fagoo 9 , kuusaa bishaanii 4, Diilallaa irraa burqaa motoraa 1, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 3, Gooroo boolla gadi fagoo 1 fi boolla gabaaba 2, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 11, Guraraa irraa boolla gad fagoo1 Kan qabnuu fi walumaa galatti madda bishaanii 15 niin tajaajila kennaa jirra.
Gama maamilootan
waliigalatti maamiloota 21,016 taaniin tajaajila kennaa jirra.
Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo Gooroo
WGWSSSE (Waliso Goro Water Supply and Sewerage Services Enterprise)
Copyright ©2023 WG-WSSSE. All rights reserved | Powered by: OICT Solutions