Seenaa Biirichaa | History

1974 ALI

Bara 1985 ALI Hundeeffame

Magaalan Walisoo Tajaajila bishaan Qulqulluu kan argate bara 1974 A.L.H
 

Hojjattoota 10

Hundeeffama Wajirichaa yeroo jalqabaa

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1988 ALI

Waajjira Irra Deebiin Gurmeessuu

Erga mootummaan caasaa jalqaba bara 1988 ALI biiroo qabeenya bishaanii, albuudaa fi Inarjii Magaalaa Walisoo jedhamee moggaafamee booda mootummaa naannoo Oromiyaa jalatti bara 1994ALI irraa eegalee maqaa kanaan hojjeta
 

Hojjattoota 50

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1994 ALI

Irra deebiin gurmeessuun itti fufe…

Maqaa kanaan hojjechuu fi gurmaa’insa haaraa dhuma Adoolessa 1,1994ALI in gara qaama lamatti akka Ejensii albuudaa fi Inarjii Oromiyaa Magaalaa Walisoo fi biiroo qabeenya bishaanii Oromiyaa Magaalaa Walisoo hanga bara 2002ALI.
 

Hojjattoota 75

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2003 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Bara 2003ALI irraa eegalee hanga har’aatti isaan keessaa sadii (Bishaan, Albuudaa fi Inarjii) deebi’anii Biiroo tokko jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii, Albuudaafi Inarjii tahuudhaan caaseffame

Hojjattoota 100

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2011 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Erga Dhaabbanni lamaan isaanii labsiin lakkoofsa 162/2003ALI walitti makamee Biiroo Albuudaa fi Inarjii Bishaan Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda bara 2011ALI irraa eegalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo-Gooroo maqaa kanaan hojjechaa jira

Hojjattoota 175

  • Sadarkaan Dhaabbatichaa :  Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii Sadarkaa 1ffa
  •  

Dhaabbatichi maddawwan bishaanii laga 1, boolla gad fagoo 9 , kuusaa bishaanii 4, Diilallaa irraa burqaa motoraa 1, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 3, Gooroo boolla gadi fagoo 1 fi boolla gabaaba 2, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 11, Guraraa irraa boolla gad fagoo1 Kan qabnuu fi walumaa galatti madda bishaanii 15 niin tajaajila kennaa jirra.

Gama maamilootan

  • magaalaan walisoo maamiloota 18,999
  • Diilallaan maamila 954,
  • gooroon maamila 563 fi
  • Gururaan maamila 500 kan qaban yoo tau
  •  

waliigalatti maamiloota 21,016 taaniin tajaajila kennaa jirra.

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

NU ARGACHUUFNu argachuun. Salphaadha.

    BILBILA
    +251-931-726-757
    ARGAMA
    Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii
    WIX - JIM
    8:30AM - 5:30PM
    Dh.Taj.B.Dhug.Dha.WG (WGWSSSE)
    https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/waliso-goro-logo.png

    Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo Gooroo

    WGWSSSE (Waliso Goro Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

    Connect with us
    0113410142

    Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

      Copyright ©2023 WG-WSSSE. All rights reserved                    | Powered by: OICT Solutions