WHAT WE DOAbout Us

Magaalan Walisoo Tajaajila bishaan Qulqulluu kan argate bara 1974 A.L.H

Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo Gooroo

WGWSSSE (Waliso Goro Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.WG (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo Gooroo )

ወሊሶ ጎሮ የመጣጥ ዉሃና ፊሳሽ አገልግሎት ድርጅት

0123456789001234567890Baroota Tajaajilaa
012345678900123456789001234567890                     ,012345678900123456789001234567890                     +Ummata Tajaajilaman
0123456789001234567890                     +Maddoota Bishaanii
012345678900123456789001234567890                     +Baay'inna Hojjattoota

OUR MISSIONDh.Taj.B.Dhug.Dha.WG (WGWSSSE )

Magaalan Walisoo Tajaajila bishaan Qulqulluu kan argate bara 1974 A.L.H
Dhaabbatichi maddawwan bishaanii laga 1, boolla gad fagoo 9 , kuusaa bishaanii 4, Diilallaa irraa burqaa motoraa 1, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 3, Gooroo boolla gadi fagoo 1 fi boolla gabaaba 2, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 11, Guraraa irraa boolla gad fagoo1 Kan qabnuu fi walumaa galatti madda bishaanii 15 niin tajaajila kennaa jirra

MUL'ATA (VISION)
  • Tajaajilli bishaan dhugaatii fi dhangalaaa magaalaa walisoo gooroo bara 2022tti ummanni magaalaa walisoo fi naannoo ishee bishaan dhugaatii qulqulluu fi gahaa tahe argatee, akkasumas balfa dhangalaaa magaala keessaa bahu maqsuun hawaasa fayya qabeessa misooma biyyaa keessatti qooda isaa bahu arguu dha.
ERGAMA(MISSION)
  • Ergamni dhaabbata tajaajila bishaan dhugaatii fi dhangalaaa Magaalaa walisoo Gooroo fedhiin bishaan dhugaatii yeroo yerootti baayina ummataa fi guddina magaalaa waliin deemuu bishaan qulqulluu fi gahaa tae dhiyeessuu dha.
CALL TODAY
0113410142
E-MAIL
tinefikadu361@gmal.com
WAAJJIRA( OFFICE)
Naannoo Oromiyaa, Godinaa Shawaa Lixaa , Magaalaa Walisoo
https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Obbo-Girma-Disaasa-Bulte-Hojii-Gaggeessa-dhaabbaticha.jpg

Obbo Girma Disaasa

Hojii Gaggeessaa Dhaabbatichaa
  • CAREER & EXPERIENCE
  • AWARDS & RECOGNITIONS

Enthusiastic, Results-oriented Manager with experiences on-boarding, developing, and motivating high-performance teams that consistently produce upwards the growth of the company.

Efficiently enable enabled sources and cost effective products. Completely synthesize principle-centered information after ethical communities. Efficiently innovate open-source infrastructures via inexpensive materials.

Featured Management Team Members

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Obbo-Girma-Disaasa-Bulte-Hojii-Gaggeessa-dhaabbaticha.jpg

Obbo Girma Disaasa Bulte

Hojii Gaggeessaa

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Obbo-Abbabaa-Margaa-Daayreektara-Bulchiinsa-Namaa-fi-Qabeenyaa.jpg

Obbo Abbabaa Margaa

Daayreektara Bulchiinsa Namaa fi Qabeenyaa

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Mootummaa-Taaddasaa-Daayreektara-Omishaa-fi-Qulqullina-Bishaan-Dhugaatii.jpg

Obbo Mootummaa Taaddasaa

Daayreektara Omishaa fi Qulqullina Bishaan Dhugaatii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Enjiner-Biraanuu-Warqinaa-Daayirektara-Raabsaa-fi-suuphaa-Sarara-bishaanii.jpg

Enj. Biraanuu Warqinaa

Daayirektara Raabsaa fi suuphaa Sarara bishaanii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Obbo-Waggarii-Dirribii-Daayreektara-Galii.jpg

Obbo Waggarii Dirribii,

Daayreektara Galii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Biraanuu-Gammachuu-Daayreektara-Tajaajila-maamilaa-fi-kominikeshinii.jpg

Obbo Biraanuu Gammachuu

Daayreektara Tajaajila maamilaa fi kominikeshinii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Obbo-Taaddasaa-Gammachuu-Daayreektara-KarooraaHordoffiiBaajataa-fi-Gamaaggamaa.jpg

Obbo Taaddasaa Gammachuu

Daayreektara Karooraa,Hordoffii,Baajataa fi Gamaaggamaa

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Adde-Beezawit-Silashii-Daayreektara-Bittaa-fi-Bulchiinsa-Faayinaansii.jpg

Adde Beezawit Silashii

Daayreektara Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Adde-Sinqinesh-Nagarii-Daayreektara-Odiitii.jpg

Adde Sinqinesh Nagarii

Daayreektara Odiitii

https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Dursa-garee-Qophii-Billi-fi-ICT.jpg

Obbo Salamoon Alamuu Tirfe

Dursa garee Qophii Billi fi ICT

KENNA TAJAAJILAA KENNA TAJAAJILAA

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.WG (WGWSSSE)
https://wgwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/waliso-goro-logo.png

Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Walisoo Gooroo

WGWSSSE (Waliso Goro Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Connect with us
0113410142

Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

    Copyright ©2023 WG-WSSSE. All rights reserved                    | Powered by: OICT Solutions